1.Matta’aa fudhachuu yookin gaafachuu = 15
2.Falmii Dhaddachaa laaffisuu = 14
3.Keewwata hin madaallen himata dhiyeessuu = 7
4.Angootti seeran ala fayyadamuu = 4
5.Hojimaata mana hojii diriiree jiru cabsuun hojii miidhuu = 4
6.Hojjattoota mana hojichaa waliin waliigalteen hojjachuu dhabuu, jeequmsa uumuu = 5
7.Sa‘atii hojii mootummaa kabajuu dhabuu; hojiirraa baduu = 2
8.Ragaa sobaa bahuu fi kennuu = 1
9.Ragaa yookin ijoo dubbii seerummaa qabu taee jedhanii 10.keessaa hambisuun yookin dhoksuun murtiin akka jalatu taasisuu = 5
11.Qajeelfama seera qabeessa tae hoogganaa dhiyoo irra fudhachuu diduu = 4
12.Ta’e jedhanii qabeenya Mana hojii irra miidhaa qaqabsiisuu yookin qisaasessuu = 1
13.Nama himatamuu hin qabne himachuu yookin nama himatamuu qabu himachuu dhiisuu = 3
14.Seeraa fi hojimaatan kaame osoo hin guutin tae jedhanii ragaalee galmeessuu yookin mirkaneessuu yookin hayyama kennuu = 2
15.Murtii marii garee Abbootii Alangaan kenname ala murtii kennuu = 1
16.Sababa gahaa malee himata kaasuu = 1
17.Oliyyata gaafachuu osoo qabu gaafachuu dhiisun miidhaa qaqabsiisuu = 1
18.Ulaagaa osoo hin guutin sanadoota mirkaneessuu, 19.galmeessuu fi hayyama kennuu = 3
20.Gahee hojii bahachuu dhabuu = 3
21.Gocha mana hojii tufachiisu raawwachuu= 2 .
Eeruu badii naamusaa kana gosa isaa waliin haala kanaan kan dhiyeessuun barbaachiseef Abbootiin Alangaa keenya sadarkaan jiran of bira ilaalanii sababa namoota rakkoo qaban muraasaa maqaan Abbaa Alangaa Naamusa gaarii qabuu isaan badii raawwatan kana waliin waamamuun hagam akka nama saalfachiisu hubachuudhaan haala qabatama isaaniitiin namni hunduu ajandaa tokko godhatee Godina, Damee, magaalotaa fi aanaa jiru hunda keessatti akka irratti mari’atu yaadameetu.