Naannoo Oromiyaa keessatti seeraa yakkaa fi imaammata sirna haqaa yakkaa kabachiisuu, mirga namoomaa fi bilisummaawwan bu’uuraa lammiiwwanii kabajuu fi kabachiisuu fi dantaa mootummaa fi uummataa eegsisuudhaan tajaajila Abbaa Alangummaa haala siyaawaa, qulqulluu fi dhaqqabamaa ta’een, akkasumas bilisummaa hojii fi al-loogummaa ofii eeggatee fi haqummaa qabuun raawwachuudhaan olaantummaa seeraa mirkaneessuun nagaa fi tasgabbiin hawaasaa akka fulla’u taasisuu
Bara 2022 tti tajaajila Abbaa Alangummaa kennuun ol’aantummaa seeraa mirkaneessuun Biiroo Abbaa Alangaa akka biyyaatti fakkeenya ta’ee arguu dha
Tajaajiloota gurguddoo
Dirqama Lammiilee
Kenninsa tajaajila haqaa kenninu keessatti mirgoota daa’immanii fi dubartootaa kabachiisuuf xiyyefannoo addaatiin hojjachuu
Dirqama Lammiilee
Nu Hordofaa!
Tajaajila Haqaa kennamuun amantaa Uummatni Motummaarra qabu dabale
youtu.be
Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.Rifoormii haqaa hojiirra ooleen bu'aan argamaa jiara
youtu.be
Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.